Hiibboo Deebii Waliin 6.0

Hiibboo Deebii Waliin 6.0 APK

Description of Hiibboo Deebii Waliin 6.0 6.0:

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga saaatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taaaniiti.Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu tauu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga taan booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan beekte ykn argatte jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa taun fi inni gaafatamaa ture gaafataa taun tapha isaanii itti fufu.

App Information

VersionRatingAPP VoteSize
6.0 00-
RequirementUpdatedInstallsDeveloper
4.42022-09-0215049K Technologies
High Speed Download